December 2020
Murtoo MMWO Dhaddacha Ijibbaata.
murtoon MMWO Dhadhacha ijjibaatataatin kennaman manneen murtii wajjiraalee abbaa alangaafu qaamolee haqaa kamiinuu birattii murtoo akka seeraattii tajaajilan waan talefi murtoon kunniin murtoo barsiiso waan ta\’e argamuf manni hoji AA godina jimmaa websiti kenya irratti pdfidhan maxxansuun isinin genyeerraati isinis download godhachuun dubbisuun irraa baradhaa.
የኮንስትራክሽን ስራዎች ውል አዘገጃጀት ፎርማት.pdf
ውል የማዘጋጀት የማፅደቅ የማዋዋልና የመሳሰሉ ተግባራትን የፅህፈት ቤታችን ግዴታ በመሆኑ መሰል ሰነዶችን መለጠፍ ጀምረናል ይመልከቱ።
Yakka Bosonaa Fii qabeenya uumamaa irratti raawatamu hirdhisuuf MHAAGJ xiyyeeffannoon hojjetaa jira!
mesothelioma trial lawyers Godinni Jimmaa Godinaalee qabeenya uumamaa fii bosonaan beekaman kessaa tokko ta\’us, dhimmoota akka Godinichaatti komii uummataa ta\’aa jiran keessaa mancaatiin bosonaa kan bu\’uuraa ta\’uu waan hubatameef Manni Hojii Abbaa Alangaa Godina Jimmaa rakkoo kana bu\’uurarraa haala furuun itti danda\’amu irratti karoorfachuun hojjetaa jira. mesothelioma trial lawyers Manni hojiI Abbaa Alangaa baadmintan darban …
Maanuwwaalii Koree Ittisa fi To’annoo Godaansa Seeraan Alaa Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa
Seensa Dhimmoota rakkoo ta’anii yeroo ammaa kana akka biyya keenyatti maqaa gaarii hinqabaanne xureessaa jiru keessaa tokko godaansa seeraan alaa fi daldala namaa akka ta’e beekamaa dha.Gama biraatiin heera mootummaa naannoo oromiyaa fi heera mootummaa feedaraalaatiin godaansi seeraan alaa fi namaan daldaluun sarbama mirga namaa ta’uu isaa heericha keessatti tumameera. Akkasumas gochi kun yakka ta’uu …
Labsii Lakk. 202/2009 Labsii Gibira Galii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Irra Deebiin Fooyyessuuf Qophaa’e
Labsii Lakk. 202/2009Labsii Gibira Galii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Irra Deebiin Fooyyessuuf Qophaa’e Sadarkaa guddina dingdee biyyi keenya irra gahee fi guddina dinagdee Naannichaa wajjin walsimuu fi guddina dinagdee deeggaru sirna gibiraa hammayyaa’aa fi si’ataa ta’e diriirsuun waan barbaachiseef
Labsilee Oromiyaa.
labsi gibira gali lakk74/95
Labsi Mana Hoji AA waligalaa oromiyaa Hundessuf bahee lak214/2011 pdf
Labsii Mana Hojii Abbaa Alangaa Waliigalaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa HundeessuufBahe Lak.214/2011