Beeksisa.
Abbootii Alangaa Godina jimmaatif Abbootii Alangaa Godinaalee fi anaalee fi waligala oromiyaa kessa jirtan maraaf. Barattoota qo\’attootaafii qaamoolee seeraa kamifuu.
Abbootii Alangaa Godina jimmaatif Abbootii Alangaa Godinaalee fi anaalee fi waligala oromiyaa kessa jirtan maraaf. Barattoota qo\’attootaafii qaamoolee seeraa kamifuu.
Nuhordoofaa Galmaahun miseensa ta\’a, Nun qunnamaa. 🌳🏛⚖️MHAAGJ⚖️🏛🌳 አባል ይሁኑ፣ ይከታተሉን ሃሳቦትን ያጋሩን። galmaahuun miseensa ta\’u keessanin heeraafi seera biyyaafi naannoo kenyaas ta\’e naannolee biro akkasumas murtoo ijjibbaataafii barrulee qo\’annaafii qorannaa seeraa haala salphaan ni argattuu waan maxxansinee maraa email kesaani isin dhaqaba. web MHAAGJtti galmaahuf ademsa armaan gadi hordofaa. Email kessan sanduqa kessatti barressun follow …
Murtii Ijibbaata MM federaala Jildi 24ffaa pdf የፌዴራል ጠቅላይ ፍርድቤት ሰበር ሰሚ ችሎት ውሳኔ ቅፅ 24 pdf Ergaa Mana Hoji AA God jimmaa. Akkuma Armaan Dura Ibsineettii galmii website mana hoji abbaa alangaa goodina Jimmaa keessaa innii hangaftii heeraafi seera biyyaafi naannoo kenyaa akkasumas murtowwan mana murti ijjibbaata federaalaafi murtoolee ijibaataa MMWOfi naannoolee biroo walittii …
Federal Supreme Court Cassation Decision V24 Pdf Read More »
qajelfama adabbii foyya\’e bahe.