STANDARDS OF PROFESSIONAL RESPONSIBILITY ANDSTATEMENT OF THE ESSENTIAL DUTIES AND RIGHT OF PROSECUTORS pdf
STANDARDS OF PROFESSIONAL RESPONSIBILITY ANDSTATEMENT OF THE ESSENTIAL DUTIES AND RIGHT OF PROSECUTORS IAP pdf
STANDARDS OF PROFESSIONAL RESPONSIBILITY ANDSTATEMENT OF THE ESSENTIAL DUTIES AND RIGHT OF PROSECUTORS IAP pdf
Himatamaan yakka ajjechaa cimaa raawwatee MMOGJttii himatamee adabbii hidhaa cimaa waggaa 20n adabameeraa. .Mana Murtii Ol’aanaa Godina JimmaatiifJimmaa Himataan:-Abbaa Alangaa Godina JimmaaHimatamaan: Rashaad Abbaa Diggaa Abbaa Galaan, Umuriin waggaa: – 37, Hojii:- Q/bulaa, Sad.barumsaa:- 5ffaa, Haala Maatii:-qaba,Teessoon isaa Aanaa Manchoo Ganda Warabboo WarqotaaYakkichii: Seera Yakkaa RDFI bara 1996 keewwata 539(1)A irra darbuudhaan Yakkaa Ajjeechaa Namaa …
Manneen Murtii Oromiyaa tajaajila abbaa seerummaa bu’a qabeessa ta’e
kennuun amantaa uummataa akka horatan taasisuun hojii murteessaa
galma yeroo dheeraatti qabamee irratti hojjatamaa jiru ta’uun ni beekama.
Galma kana milkeessuu keessattis qulqullina tajaajila abbaa seerummaa
mirkaneessaa deemuun hojii guddaa xiyyeeffannoo ol’aanaa argatee dha.
Qulqullina tajaajila abbaa seerummaa mirkaneessuufis hojiiwwan
gurguddoo hojjatamaa jiran keessaa tokko tilmaamamummaa
murtiiwwanii fi wal fakkeenyummaa hiikkoo seeraa dabaluu akka ta’e
beekamaa dha. Murtiiwwan barsiisoo ta’an maxxansuu fi raabsuun
immoo milkaa’ina hojii kanaa keessatti iddoo ol’aanaa kan qabu ta’uun
wal nama hin gaafachiisu.
Himata 1ffaa keessatti himanni dhiyaate \”Seera yakkaa bara 1996 bahe keewwata 539(1)(a) irra darbuudhaan Godina Jimmaa Aanaa Maannaa ganda Meexxii iddoo addaa kaampii jedhamee waamamutti gaafa guyyaa 08/01/2013 tilmaamaan halkan keessaa sa\’atii 2:00 yemmuu ta\’u, miidhamtuu duutuu Hajaraa Abbaa Saambii jedhamtu sababa \’daa\’imni garaa kootti baadhu kan safaa Kaliifaati jettee maqaa naxureessiteef \’ jedhuun haaloo qabatee miidhamtuu ulfa garaatti baattee jirtu kan daa\’ima ishee Zaakir Baahir waliin gara mana jireenya ishee galaa jiru daandii irratti eeggatee koottu qarshii siif kenna jedhee gara bosonaa fuudhee deemee gajaraan morma ishee qalee waan ajjeeseef yakka ajjeechaa sukkanneessaa raawwateen himatameera\” kan jedhu yemmuu ta\’u, himata 2ffaa keessatti immoo himanni dhiyaate Seera yakkaa bara 1996 bahe keewwata 27(1) fi 539(1)(a) irra darbuudhaan guyyaa fi iddoo himata 1ffaa irratti caqsametti himatamaan ta\’e jedhee nama ajjeesuuf itti yaadee miidhamaa dhuunfaa maqaan isaa Zaakir Baahir jedhamu haadha isaa miidhamtuu dhuunfaa himata 1ffaa irratti caqasamte duutuu Hajaree Abbaa Saambii waliin gara mana ofii galaa jiranii gajaraadhaan eda haadha miidhamaa ajjeeseen booda miidhamaa kanas ajjeesuudhaaf gajraadhaan irree gurmuu isaa gara mirgaa, maddii isaa gara mirgaa,morma isaa gara duubaa,harka isaa mirgaa,ciqilee gara bitaa haala sukkanneessaa ta\’een irra deddeebiidhaan rukutuun erga ciccireen booda miidhamaa ajjeesee jira yaada jedhuun bakkuma kufetti dhiiseenii deemus boromtuu isaa gaafa 09/01/2013 ganama keessaa tilmaamaan sa\’atii 1:30 yemmuu ta\’u, namni Miftaahuu jedhamu tuubboo lolaa keessatti isa argeenii baasee du\’a irraa baraarus gocha yakka yaalii ajjeechaa sukkanneessaa ta\’een himatamee jira\” kan jedhuu dha…..
===== 1.1. Seensa Jaarraa 21ffaa amma keessa jirruu kuni jaarraa addunyaan ittii tokkomtee (the century of globalization) ta\’un isaa waan hubatamuu dha. Kanaaf immoi sababoota adda addaa jiraataniis Sababni hangafaa fi isa dura toora interneetii fayyadamuun platformoonnii hawaasaa adunyaa walittii hidhan heedduun umaamuu isaaniitiifi. Kunis marsariitii website adda addaa dabalatee marsariitiiwwan haawaasa heedduun interneetii irrattii …
kunis gosa sirna barreffama ser danessaa jalattii sirna qorannaa ser xinxalaa (doctrinal legal research) fayyadamun kan qophaa’edhaa. sababnii kanaas sirni ser xinxalaa kunii kaayyyoo barru kanaa haala si’awaa ta’en galmaan akk gahuuf shora waan qabaatuufi. Insurance education online banking car accident insurance lawyer medicine web hosting
Mirga Ol’iyyannoo A bbaa Alangaa Mirga Wabii irratti qabu S/D/F/Y/Keewwata 75(1) Vs Murtii Dhaddacha Ijibaataa Mana Murtii Waliigala Federaalaa lakk. galmee 110969
Barruu xinxala seeraa AA Mulugeta Magarsaan
Mirga Qaamnii Bilisa Haa Bahuu (habeas corpus) Haaluun angoo mana murtii kamiitii” Barruu xinxala seera irrattii godhamee akka abbaan alangaa Mulugeetaa Megersaa barreessaniittii Mulugetaa Magarsaa MHAAGJttii AA Aanaa Coraa Botor Seensa Uumama waan hundaa ta’eet jalqaba irraa ka’ee hanga sadarkaa dhummaa qaqqabbutti sadarkaawwan adda addaa keessa darbuun isaa dirqama ta’a.Sadarkaawwan adda addaa keessa yommuu darbu …
Kuunii sagalee tamsaasa fm Mana Hojii Abbaa Alangaa Godina Jimmaa kan tora interneetii irrattii tamsaafamuudhaa. Tamsaasa fm MHAAGJ kallaattidhaan hordoofuuf linkii www.mhaagj.org jedhuu fayyadamuu ykn Google jalattii FM Mana Hojii AA Godina Jimmaa jechuun search yoo goochun nu dhagefafchu. Fm kenya dhageffachuun baasii tokkoo malee boohartidhan bekkumsa seeraa kessan gabbifachuu dandeessuu. Linki armaan gadii tuquun …
Fm Mana Hojii Abbaa Alangaa Godina Jimmaa Dhaggeffadhaa. Read More »