Habeas Corpus (Qaama Bilisa Baasuu)

Mirga Qaamnii Bilisa Haa Bahuu (habeas corpus) Haaluun angoo mana murtii kamiitii” Barruu xinxala seera irrattii godhamee akka abbaan alangaa Mulugeetaa Megersaa barreessaniittii Mulugetaa Magarsaa MHAAGJttii AA Aanaa Coraa Botor Seensa Uumama waan hundaa ta’eet jalqaba irraa ka’ee hanga sadarkaa dhummaa qaqqabbutti sadarkaawwan adda addaa keessa darbuun isaa dirqama ta’a.Sadarkaawwan adda addaa keessa yommuu darbuContinue reading “Habeas Corpus (Qaama Bilisa Baasuu)”

Rate this:

Fm Mana Hojii Abbaa Alangaa Godina Jimmaa Dhaggeffadhaa.

Kuunii sagalee tamsaasa fm Mana Hojii Abbaa Alangaa Godina Jimmaa kan tora interneetii irrattii tamsaafamuudhaa. Tamsaasa fm MHAAGJ kallaattidhaan hordoofuuf linkii http://www.mhaagj.org jedhuu fayyadamuu ykn Google jalattii FM Mana Hojii AA Godina Jimmaa jechuun search yoo goochun nu dhagefafchu. Fm kenya dhageffachuun baasii tokkoo malee boohartidhan bekkumsa seeraa kessan gabbifachuu dandeessuu. Linki armaan gadii tuquunContinue reading “Fm Mana Hojii Abbaa Alangaa Godina Jimmaa Dhaggeffadhaa.”

Rate this: