Chaartarii Lammi WAAGJ foyya\’e Qopha\’e pdf.

Yaada Waligalaa Chaartarii lammiilee bu’uura Heera Mootumma kan qabu ta’ee, meeshaa jijjiiramaa lammii waliin walitti dhufeenya qabnu cimsuu fi sirna iftoominaa fi itti gaafatamummaa ittiin diriirsinuu fi cimsinu dha. Ummatni tajajila mana hojii keenya irraa  argachuu qabu bifa argachuu qabuun yoo argachuu baate sirna komii itti dhiyeefatudha . Chaartariin lammiilee yemmuu qophaa’u sadarkaa kenna tajaajilaa …

Chaartarii Lammi WAAGJ foyya\’e Qopha\’e pdf. Read More »