January 2022

Ergaa Baga Ayyaana Qilleetif Gessan Hoggansa WAAGJ irraa

Itti Gaafatamaan waajhira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa kab. Obboo Sisay Eddessaa Abbootii Alangaa fi Hojjetoota Waajjira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa sadarkaa Aanaa, fi Godinaa jirtan maraaf akkasumas Hordoftoota Amantaa kiristaanaa taatan hundi keessan baga ayyaana Qillee kan bara 2014 tiin isin gahee jechaa Ayyaanni kun kan nagaa, kan milkii fi guddinaa akka isiniif ta\’u hawwii …

Ergaa Baga Ayyaana Qilleetif Gessan Hoggansa WAAGJ irraa Read More »

Barruu Labsii Yeroo Hatattamaa(Muddamaa) Lakk.5/2014 irratti qophaa’e.

Qophessaan Barrefama Kanaa Mulugetaa Megersaa Wajjira Abbaa Alangaa Godina Jimmaattii Abbaa Alangaa Aanaa Coraa Botor 1.1. Seensa Biyya tokko keessatti nagaa fi tasgabbiin uummataa akka mirkanaa’uuf mirgi namoomaa fi mirgi dimokraatawaa uummataa akka kabajamuuf mootummaan dirqama kan qabu ta’uun dhugaa ifa jiruudha.Mootummaanis dirqamoota kana bahuuf tooftaawwan adda addaa  baasun hojii irra oolcha .Tooftaawwan kanneen keessaa …

Barruu Labsii Yeroo Hatattamaa(Muddamaa) Lakk.5/2014 irratti qophaa’e. Read More »