August 2022

justitia, goddess, goddess of justice-2638651.jpg

Seera Maatii Oromiyaa keessatti Waa’ee Fuudhaa Heerumaa fi Abbummaa Mirkanneessuu

Maatiin bu’ura hawaasa bal’aa akka ta’e beekamadha. Hawaasaf ka’umsi maatiidha yoo jedhame immoo eegumssi seeraa godhamuufi qaba. Biyya tokko keessatti maatiin gaarii ta’e yoo jiraate hawaasni gaariin akka jiraatu hin shakkamu. Kanaaf, heerri mootummaa Federaalaa Naannooleen akkaataa aadaa ummataa fi mirgoota heeran kaa’aman osoo hin faallessin seera maatii mataasaa danda’e akka baafatan bu’ura tumeen Mootummaan
Naannoo Oromiyaas seera maatii of danda’e kophatti baafatun eegumsi maatiif akka taasifamu godhee jira.

Hojimaataa Hammayyessu fi wajjira kenya.

attorney mesothelioma Waajjiraalee Abbootii Alangaa Godina Jimmaa jala jiran kessaa waajjiraalee aanaa hojimaataa isaanii hammaayyessun tajaajila kennan dhaqqabama fi si\’awaa taasiisuuf Aanoolee ittii cichani hojjetan keessa waajjirri A/A Aanaa Cooraa Botor isaan tokkoo yommuu ta\’an tajaajila isaanii hammayyeessuuf jechaa hojilee adda addaa hojjetaa jiran. Hojiilee kanniin keessaa tokkoo tajaajila kennan teknolojii wajin wal simsisuufi dhimmoota …

Hojimaataa Hammayyessu fi wajjira kenya. Read More »