APP kuni app Mana Murtii Aanaa Kiiramuu tin kan hojjetamee hawaasaf play store irrattii gadi lakkifamee dhaa. App kana download godhadhaa yaada kessaniis isaaniif keennaa hojii manneen murtii kenyaan hojjetamuu walif bekkamtii keennuu wal cimsuu qabnaa. Muxannos irraa fudhadhaa.
MMurtii Ol\'aanaa Godina Jimmaa
Sisay
wa\'e app kanaa
Mana murtii Aanaa Kiiramuu
Manni murtii Aanaa Kiiramuu kenniinsa tajaajila abbaa seerummaa bara 1999 irraa eegalee hundeeffamuun kan kennaa jirudha. Bu\'uuruma kanaan hojiin idilee mana murtichaa si\'ataa, dhaqqabamaa taasisuuf appilikeekishinii kana kan wal ta\'insa kaboomaatiksi teekinoloogii waliin ta\'uun kan kalaqnedha. Faayidaa Appilikeeshiniin kun qabus abbootin dhimmaa waa\'ee mana murtii Aanaa Kiiramuu akka beekan, faayidaa bu\'aa araaraa qabu fi shallaggii kaffaltii abbaa seerummaa hanga qarshii miliyoona sadiitti kan shallagu dha. Kunis hojii manni murtichaa hojjetu hawaasa keessatti iftoomina kan uumu ta\'ee; ofiisaroonni seeraa mana murtii aappi kana fayyadamuun tajaajila isaan kennaan rakkoo hiikko seera kaffaltii abbaa serrummaa shallaguu waliin jiru hambisuu tajaajila si\'ataa fi qulqullina qabu akka isaan kennaan isaan dandeessisa.
Appilikeeshinii kana fayyadamuu keessaniif hedduu isin galatoofanna!!!! Last.fm mastodon