barruu xinxala seeraa

Odessaa.

Waajjiirri Abbaa Alangaa Godina Jimmaa har\’a gaafa guyyaa 30/1/2014 marii waligalaa qophii karoora kurmaana 2ffaa maal akka fakkaatuu mari\’atee. waajjirrii Abbaa Alangaa Godina Jimmaa har\’a gaafa guyyaa 30/1/2013 marii taasiiseen haanqinaafi ciminna karora kurmaana lamaffaa akka ademsaalee afranittii, akka garee fokaalpersanittii qophaa\’aa jiruu maal akka fakkaatuufii sadarkaa maalii irraa akka jiruu adda baafachuufii kallattii gama …

Odessaa. Read More »

GAA’ILAA FI GAA’ILAAN ALA AKKA DHIRSAA FI NIITIITTI WALIIN JIRAACHUUADDA BAASUU KEESSATTI YEROO WARAQAAN RAGAA GAA’ILAA HIN JIRRERAKKOOLEE QABATAMAAN MUDATAN

usaa home insurance Jemal Qumbii LL.B (Yunivarsiitii Addis Ababaa), Abbaa Seeraa Mana Murtii Ol’aanaa fi Leenjisaa Inistiitiyuutii Leenjii Ogeessota Qaamolee Haqaa fi Qo’annoo Seeraa Oromiyaa, I-meelii: jomo.roba@yahoo.com Seensa usaa home insuranceWalquunnamtiin seera duratti beekamtiin gaa’ilaa kennamuuf tokko bu’uura Seera Maatii Oromiyaa (amma booda SMO) boqonnaa 3ffaa keessatti tumameen sirnoota sadan keessaa karaa isa tokkootiin yoo …

GAA’ILAA FI GAA’ILAAN ALA AKKA DHIRSAA FI NIITIITTI WALIIN JIRAACHUUADDA BAASUU KEESSATTI YEROO WARAQAAN RAGAA GAA’ILAA HIN JIRRERAKKOOLEE QABATAMAAN MUDATAN Read More »

Convention on the Recognition and Enforcement of Foreign Arbitral Awards The 1958 New York Convention pdf

since ethiopia ratifies the new york convention in parlament throu proclamation indeed it is inevitable to provide he convention by our web. On February 13, 2020, the Ethiopian parliament approved the ratification of the 1958 New York Convention on the Recognition and Enforcement of Foreign Arbitral Awards (the “Convention”). The Convention was adopted by the United Nations diplomatic conference on 10 June 1958 and entered into force on 7 June 1959. To date, 161 states have become parties to the Convention. Ethiopia signed the Convention early on but stalled the ratification for more than 60 years. The ratification of the Convention results in the legislation becoming an integral part of the law of the land. Further, the ratification comes at a time when Ethiopia is currently drafting a new and comprehensive domestic arbitration legislation whose advanced draft circulated for public consultation suggests that it is modeled after the United Nations Commission on International Trade Law (UNCITRAL) Model Law on Commericial Arbitration. In this issue of our legal update, we consider the substance of the Convention and the significance of its ratification by Ethiopia.

Proposaalii Qo\’annaa Hojimaata Garee Komniksehini MHAAGJ Si\’awaa tasaisuuf Qophaahee.

kunis gosa sirna barreffama ser danessaa jalattii sirna qorannaa ser xinxalaa (doctrinal legal research) fayyadamun kan qophaa’edhaa. sababnii kanaas sirni ser xinxalaa kunii kaayyyoo barru  kanaa haala si’awaa ta’en galmaan akk gahuuf shora waan qabaatuufi. Insurance education online banking car accident insurance lawyer medicine web hosting

Tamboofii Seera

Tamboo xuuxuun nama xuuxu irrattis haa ta’uu bakka namoonnii baay’een argamanitti xuuxuun rakkoo fayyaa kan qaqqabsiisu ta’uu odeffannoon madda adda addaa irraa argamuu ni mul’isa(muldhisa).Kana qofaa osoo hin taanee waraqaawwan tamboon itti samsamamu irratti barreeffamni tamboon du’aaf nama saaxilaa, tamboon dhibeewwan kaansariinama qabsiisa jedhu barreeffames kan argamuu yommuu ta’ukun miidhaa tamboon qaqqabsiisuu kan akeekuudha.
Qorannoo Dhaabbani Fayyaa Addunyaa (WHO) yeroo adda addaa taasisuu irratti akka mul’isutti(muldhisutti) namonni miiliyoona 8 tti tilmaamaman sababa tambootiin akka guutuu addunyaatti kan du’an yommuu ta’u kana keessaa namootni miliyoonni 1.2 ta’an namoota hin xuuxnedha.Akkasumas gama diinagdeetin immoo Doolaara Ameerikaa Biiliyoona 500 tilmaamamu miidhaa qaqqabsiisaa jira.Bu’uura qorannoo kanaatiin rakkinootni kun kan uumaman biyyoota guddatanitti ta’us yeroo ammaa garuu sababa adda addatiin biyyoota hin guddanneettis rakkoon kun kan babaldhachaa(babal’achaa) jirudha.Rakkinni kun babal’achuu irraan kan ka’e hawaasni addunyaa tamboo to’achuu irratti ejjannoo walfakkaata akka qabatan tasisee jira.
Yeroo Jalqabatif A.L.Awuropaa bara 2003 Dhabbanii Fayyaa Addunyaa(WHO) tooftaawwan tamboo to’achuuf dandeessisuufi biyyoota miseensa ta’an dirqama irra kaa’u <> yookiin sanada waligalee tamboo to’achuuf bahee mirkaneesse.Haa ta’u malee waliigaltee kana hojiirra oolchuf mariin kan jalqabame bara 1995 ture.Seenaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii kaassatti konvenshiniin kun konveenshinii yeroo gabaaba keessatti hojii irra ooledha.