beksisa
Kuunii sagalee tamsaasa fm Mana Hojii Abbaa Alangaa Godina Jimmaa kan tora interneetii irrattii tamsaafamuudhaa. Tamsaasa fm MHAAGJ kallaattidhaan hordoofuuf linkii www.mhaagj.org jedhuu fayyadamuu ykn Google jalattii FM Mana Hojii AA Godina Jimmaa jechuun search yoo goochun nu dhagefafchu. Fm kenya dhageffachuun baasii tokkoo malee boohartidhan bekkumsa seeraa kessan gabbifachuu dandeessuu. ይህ የጅማ ዞን አቃቤ …