Labsilee MNO
Labsilee Motummaa Naannoo Oromiyaa hundaa pdf
labsiilee bara 2015 labsaman As Tuqii
Labsilee bara 2014 labsaman As Tuqii
Labsilee bara 2013 LabsamanAs Tuqii
Labsilee bara 2012 labsamanAs Tuqii
Labsiilee bara 2011 labsamanAs Tuqi
Labsiilee bara 2010 labsamanlabsaman tuqii argadhuu
insurance investment
Labsilee Motummaa Naannoo Oromiyaa hundaa pdf dhaan websites waajjira abbaa alangaa godina jimmaa irraa bufadhaa.
Labsii Lakk 265 2015 Hundeeffama Komishinii Marii Biyyaalessaa Lak 1265 2015 Bulchiinsa Motummaa Naannoo Oromiyaa. PDF Labsii Lak. 249 bara 2015 Labsii Bulchiinsa Investimentii Motummaa Naannoo Oromiyaa PDF. Labsii Lak. 250 2015 Labsii Magaalota Naannoo Oromiyaa pdf. Labsii Lak. 251 bara 2015 Bulchiinsa Motummaa Naannoo Oromiyaattii Gumii Calaltuu Dhimmoota Heeraa pdf.
Labsiilee Bara 2007 Magalata Caffee Motummaa Naannoo Oromia PDF
Labsilee Bara-2008 magalata-caffee Oromiya-pdf
👉Labsi Lakk 200/09 Laabsii baajata bara hojii 2009 Hojiwwan Motummaa Naannoo Oromiyaaf Labsamee
👉 Labsii Lakk 201/09 Labsi Gurmaa’ina Hojimaata, Naamusa Miseensotaa fi Sirna Walgahii Caffee Motummaa Naannoo Oromiyaa Irra deebidhaan murteessuuf bahee.
👉Labsi Lakk 202/09 Labsi Gibira Gali Motummaa Naannoo Oromiyaa Irra Deebiin Murteessuf Bahee pdf
👉Labsi Lakk 203/09 Labsi bulchiinsa taaksi Motummaa Naannoo Oromiyaa irra deebin Murteessuf Bahee. Pdf
👉 Labsii Lakk 204/09 Labsii Waldaalee itti fayyadama Bishaan Jallisii Bulchiinsa Motummaa Naannoo Oromiyaa Murteessuu Bahe. PDF.
Labsiilee-Bara-2009 Caffee Motummaa Naannoo-Oromiyaa
Labsiilee Bara-2010 Magalata Caffee Oromiyaa pdf Labsi lakk 208/10 labsi Radiyoo fi Televizyinii Oromiya Maqaa Oromiyaa Broadcasting Corporate (OBN) Jedhuun Motummaa Naannoo Oromiyaa Jalattii irraa debiidhaan Gurmeessuuf Bahee. Labsi lakk 209/10 Labsii Bulchiinsa Faayinaansii Motummaa Naannoo Oromiyaa labsi lakk 156/2002 Foyyessuuf Bahee Labsi lakk 210/10 labsi dabalata baajata hojii motummaa murteessuuf bahee. Labsii lakk 211/10 …
Labsiilee Bara-2010 Magalata Caffee Oromiyaa pdf Read More »
Labsii Buusaa Gonoofaa 244/14 & labsiilee-2014-bahaan
Aadaafi duudhaa walgargaarsaa uummanni Oromoo Sirna Gadaatiin dhalootaa dhalootaatti dabarsaa dhufe caalmaatti cimsuufi dagaagsuun barbaachisaa ta’ee waan argameef;
Labsiilee MNO Bara 2011 Labsaman pdf
• Labsi lakk 216/11 labsi gurmaa’insa Manneen Murtii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Irraadeebiin Murteessuuf Bahee.
• Labsi Lall 217/11 Labsii Gumii Abbootii Seeraa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Irra Debiidhaan Hundeessuuf Bahee.
• Lansii Lakk 218/11 Labsii Waldaalee Hojii gamtaa Motummaa Naannoo Oromiyaa Hundessuuf Bahee.
• Labsii Lakk 219/11 Labsii kenna tajaajila Lammuummaa Motummaa Naannoo oeromiyaa Murtessuuf Bahee.
• Labsi lak 221/11 Labsii Baajata Motummaa Naanoo Oromiyaa kan Bara 2012 Murteessuu Baher.
Labsilee mootummaa nannoo oromiyaa kan bara 2012 labsaman pdf. Labsii lakk 222/2012 kaasee hangaa labsii lakk 230/12 jiran pdfdhaan buufadhaan.
Gaafiif deebii
Eyyeen Ni argattaa. Websaaytin Waajjira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa waantoota adda taasisu keessaa innii tokkoo Labsiilee Motummaa Naannoo Oromiyaa dabalatee seeraafii heeroota biyyaafii naannoolee bakka tokkotti qabaachuu isaa. Kana jechuunis seerota ykn labsiilee motummaa federaalawa dimokraatawaa ripabliika Itiyoophiyaa IFDRI dabalatee dokumantoota seeraa pdf kuma kudhajaa’a bakka tokkotttii websaayti qabatee argamuu dhaa. Gafii kessanif deebii gahaa keenniineerraa jeennee abdannaa. Waan nu daawwattanifis galata argadhaa.
Labsiilee Motummaa Naannoo Oromiyaa