Labsii Buusaa Gonoofaa 244/14 & labsiilee-2014-bahaan

Labsii Buusaa Gonoofaa 244/14 & labsiilee-2014-bahaan
Aadaafi duudhaa walgargaarsaa uummanni Oromoo Sirna Gadaatiin dhalootaa dhalootaatti dabarsaa dhufe caalmaatti cimsuufi dagaagsuun barbaachisaa ta’ee waan argameef;