Odeessa Mari Karoora Hoji bara 2015
Mariin Qophii karoora Waajjira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa kan bara hojii 2015 Guyyaa har\’aa ittigafatamtoota fi Abbootii Adeemsaa Aanaalee waliin gaggefameera.
__________
Waajjirri Abbaa alangaa Godina Jimma guyyaa har\’a marii karoora hojii bara 2015 irrattii gadi fageenyaan mari’ateera. Marii kanarattis Hoggansaafi abbootiin adeemsaa karoora isaanii erga walatajjiichaaf dhiheessaniin booda gaafiilee hirmaattota waltajjichaa irraa ka\’eef hoggansi deebii keennuun yaadoota ka\’an ammoo akka galteettii fudhachuun waltajichi waaree booda golabameeraa.