Murtii yakkaaMMOGJ kennamee.
Abbaa Seeraa Abdurahmaan Mohammad Magarsaa Taaddasaa Damisee Galataa Galmeen kuni banamee dhiyaachuu kan danda\’e abbaan alangaa himata yakkaa gaafa 07/07/2013 barreessee himatamaa irratti hundeesseen himatamaan gocha yakka daddabalamaa lama raawwateera jechuun himachuu isaatiini. Haaluma kanaan himatamaani fi ragooleen abbaa alangaa waluma faana kan dhiyaatan yemmuu ta\’u, abbaan alangaa eenyummaan himatamaa …
Murtii yakkaaMMOGJ kennamee. Read More »