Xinxala murtii Dhadacha ijibaata federaalaa Jildii 17ffaa Lakk.Galmee 100712 ta’e irratti
Waajjira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa. Dhimmootni RTD dhaan ilaalaman mirga of irraa ittisuu shakkamaa kan hin sarbine ta’uu seerotaa fi Murtii dhaddacha Ijibaataa Mana Murtii Waliigala Federaalaa Jildii 17ffaa Lakk.Galmee 100712 ta’e irratti kenname Barruu:- Xinxala Seeraa. Qophessaan:- Mulugeta M. Bitootessa 2013 Jimmaa, Oromiyaa https://youtu.be/0glebW9EFh8 1.1.Seensa waligalaa Namni himatame akkuma nama kamiyyuu mirgoota daangaa seeraa …