attorney mesothelioma
Sensa
Waajjiraalee Abbootii Alangaa Godina Jimmaa jala jiran kessaa waajjiraalee aanaa hojimaataa isaanii hammaayyessun tajaajila kennan dhaqqabama fi si\’awaa taasiisuuf Aanoolee ittii cichani hojjetan keessa waajjirri A/A Aanaa Cooraa Botor isaan tokkoo yommuu ta\’an tajaajila isaanii hammayyeessuuf jechaa hojilee adda addaa hojjetaa jiran. Hojiilee kanniin keessaa tokkoo tajaajila kennan teknolojii wajin wal simsisuufi dhimmoota maallaqa walin wal qabatuu ammoo karaa bankiitiin hojjechuun jalqabbii bayyee gaarii fakkenya ta\’u danda\’u hojjecha jirani.
Gama kanaan
Waajjirri AA Aanaa Cooraa Botor bifa haaraatin kaffaltiin adeemsa mirkaneessa ragaalee fi Kenna Hayyamaa Kara baankiitiin akka ta\’u Hojii jalqabuu isaanii kalessa kan isinif gabaasnee yommuu ta\’u, hoojimaata akkanaa jalqabuu isaanitinis faayidaawwan ijoon:-
1.Qisaasama qabeenya uummataaf Mootummaa hambisu.
2.Seeran alummaa hambisu
3.Deddeebii Abbaa dhimmaa hambisu.
4.Dhaqqabamummaa mirkaneessu (sababni isaas namni kamiyyuu bakkuma jiru taa\’ee gatii tajaajilaa kaffaluu danda\’uf).
5.Iftoomina mirkaneessu
6.Gabaasa sobaa hambisu kessattii hojimaata gahee ol\’aanaa ta\’ee waan taphatufi
Gama biiraatiin ammoo tajaajila waajjirrichi kennu dhaqabamuummaa isaa mirkanesauuf jecha hojilee gama sabqunnamtii hammayyaatin hojjetaman dugiuganii fayyadamuuf jeecha websaayti ofiseelaawaa waajjirichaa akka banamuuf gaafii irra deddebiidhaan nu gaafatanin nutis har\’a websaayitii waajjira abbaa aalangaa aanaa cooraa botor har\’a gaafa guyyaa 30/11/2014 akka banatan taasisuu dandenyee jirraa. Gama kanaan waajjiraalee abbaa alangaa Aanoolee websaayti ofiselawaa ta\’e kanfaltii qarshii muurasa woggaadhaan kanfalamun banatan keessa 1. Waajjirrii abbaa alangaa aanaa gommaa, 2. Waajjirrii aabbaa alangaa aanaa omoo naaddaa maqaan isaanii dursa kan ka\’u yommuu ta\’u amma ammoo aanaa waajjirrii abbaa alangaa aanaa cooraa bootor waajjira sadaffaa website ofiseelaawaa ta\’ee qaban ta\’uu danda\’anii jiru.
As irrattii aanooleen akka gumay fi waajjira abbaa alangaa maagaalaa jimmaas tajaajila kana jalqabuuf gaafii nu gaafataniin websaayti anoolee kanaas torbaanota muuraasa booda kan banamuuf ta\’uu ibsina. attorney mesothelioma
Websaayti aanaa coiraa botor, gommaa fi omo naaddaa daawwachuudhaaf link armaan gadii fayyadamaa.
π1. Website WAAACB
https://waaacb.mhaagj.org
π2. website WAAAG
https://waaag.mhaagj.org
π3. Website WAAAON
https://waaaomonaadaa.mhaagj.org/
πLink kannin tuquun daawwadhaa barruulee fi dokumatoota seeraa isaniin feβamees download godhachun fayyadamaa jechaa ergaa kanas sher gochun walif dabarsaa jeennaa.
Hooraa Bulaa
Garee sabqunnamtii Waajjira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa. attorney mesothelioma

Jabaadhaa