labsilee MNO
Labsiilee Motummaa Naannoo Oromiyaa bufadha
Labsiilee Motummaa Naannoo Oromiyaa bufadhaa. Maxxansaa kana jalattii Labsiilee Motummaa Naannoo Oromiyaa bufadha. Labsiileen kunis Labsiilee Caffee Motummaa Naannoo oromiyaatin kan Bara Hojii 2008 hanga 2012 labsamaniidhaa. Marree waajjirrii abbaa alangaa godina jimmaas dhaqabamuummaa seerootaa mirkaneessuuf jecha labsilee kanniin isinin genyee. Fula kana jalattii Labsiilee Motummaa Naannoo Oromiyaa keessaa muurasa isinif maxxansinee. websaayitii Waajjira Abbaa alangaa Godina jimmaa kana irraa pdfdhaan bufachuun ykn download goochun fayyadamaa jeenna

kan bara 2012 labsamee.
2011
2009
2008
Waan nu wajjin taataniif galatoomaa
Layibraarii seeraa online isa jalqabaa daawwadhaa.
Waajjirrii abbaa alangaa godina jimmaa layibraarii seeraa online qabaachuu kenya beektuu laata?
Wajjira Abbaa Alangaa Godina Jimmaattii tajaajila kennamuu gahoomsuuf fi dhaqabamuummaa tajaajila waajjira kenyaas ta’e seeroota biyyaafi naannoo kenyaa mirkaneessuf jeecha hoojii bal’aa ta’e hojeechaa jira. Hojiilee kanniin keessa gama komniikeeshinii waajjirichaa gahomsuu keessattii hojiilee hojjetaman keessaa innii tokkoo websaayti ofiseelawaa waajjirichaa banuun kallattii argamee maraan tajaajila waajjirichaa fi seeroota biyya kenya dhaqqabsiisuuf hojiin bal’aa hojjetameen waggota lama keessattii daawwattoota miliyoonaan lakkaahaamuu barruulee xinxala seeraa dokumentootaa seeraa fi kkf akka dubbisuufi download akka godhatanii fayyadaman taasiisuun dandaa’aamee jira. Haaluma kanaan ammas tajaajila kenya akkaan haammayyeesuuf jecha websaayti waajjira abbaa alangaa jalattii app addaa layibraarii dijitaalaawaa seeraa Banuun dokumentootaa seeraa qofa irrattii fe’un haawaasa bal’aa biraan gahuun danda’aamee jira. Layibraarii seeraa waajjira abbaa alangaa godina jimmaa linkii armaan gadii fayyadamuum daawwadhaa irraas fayyadamaan dhaamsa kenya
https://laws.mhaagj.org
Waajjira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa
Ergaa kana sher gochuudhaan seerootaa fii heeroota biyya kenyaa hawaasnii akka argatuuf gumaacha keessan bahaadhaa.



