Similar Posts
FDRE Government the 1st 10 years Proclamations in zip folder pdf available
Mannii Hojii Abbaa Alangaa Godina Jimmaa Karraa websiitii ofiselawaatiin labsiilee Mottuummaa Fedeeraalaa lakk 1 (1988) kaasee hangaa labsii lakk 488 (1997) labsiilee woggaa kurnaan jalqabaa labsamaan fayilii zip folder kanaan isiniin gahee jiraa. biiliisaafii haala salphaadhaan bufachuun fayyadamaa
jimmaa Zone Attorney offiicial website deliver to you the FDRE PROC from no 1 1996 488 2005 in 12 zipped folder. you can download it free almost 480 pdf in one place.
Chaartarii Lammi WAAGJ foyya’e Qopha’e pdf.
Yaada Waligalaa Chaartarii Lammilee foyya’e Qopha’e Chaartarii lammiilee bu’uura Heera Mootumma kan qabu ta’ee, meeshaa jijjiiramaa lammii waliin walitti dhufeenya qabnu cimsuu fi sirna iftoominaa fi itti gaafatamummaa ittiin diriirsinuu fi cimsinu dha. Ummatni tajajila mana hojii keenya irraa argachuu qabu bifa argachuu qabuun yoo argachuu baate sirna komii itti dhiyeefatudha . Chaartariin lammiilee yemmuu…
Labsii MNO kan bara 2004-2006 labsaman.
Labsii motummaa naannoo Oromiyaa pdf
Barruu Xinxala Murtii
Itti Gaafataamummaa Waliigalteen Alaa Dhaabbilee Fayyaa Vs Murtii Dhaddacha Ijibaattaa Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa lakk.Galmee 64590 irratti kenne pdf
Universal Declaration of Human Rights PDF
Whereas recognition of the inherent dignity and of the equal and inalienable
rights of all members of the human family is the foundation of freedom, justice
and peace in the world,
Whereas disregard and contempt for human rights have resulted in barbarous
acts which have outraged the conscience of mankind, and the advent of a world
in which human beings shall enjoy freedom of speech and belief and freedom
from fear and want has been proclaimed as the highest aspiration of the common
people,
Whereas it is essential, if man is not to be compelled to have recourse, as a last
resort, to rebellion against tyranny and oppression, that human rights should be
protected by the rule of law,
Whereas it is essential to promote the development of friendly relations between
nations,
Whereas the peoples of the United Nations have in the Charter reaffirmed their
faith in fundamental human rights, in the dignity and worth of the human person
and in the equal rights of men and women and have determined to promote
social progress and better standards of life in larger freedom,
Whereas Member States have pledged themselves to achieve, in cooperation
with the United Nations, the promotion of universal respect for and observance of
human rights and fundamental freedoms,
Whereas a common understanding of these rights and freedoms is of the
greatest importance for the full realization of this pledge,
Now, therefore,
The General Assembly,
Proclaims this Universal Declaration of Human Rights as a common standard of
achievement for all peoples and all nations, to the end that every individual and
every organ of society, keeping this Declaration constantly in mind, shall strive by
teaching and education to promote respect for these rights and freedoms and by
progressive measures, national and international, to secure their universal and
effective recognition and observance, both among the peoples of Member States
themselves and among the peoples of territories under their jurisdiction.
waa’ee araaxaa ilaalchisee seerri mal jeedhaa.
Waa’ee araaxaa ilaalchisee seerrii yakkaa biyya kenyaa mal jedhaa ijoo jeedhun Mana Hojii Abbaa Alangaa Godina Jimmaa ttii abbaa alanhaa aanaa cooraa botor kan ta’an obboo mulugeetaadhaan qophaa’ee midiyaa mana hojii kenyaa irrattii videodhaan akkasuma website www.mhaagj.org irrattii barrui pdf fi videodhaan, fm toora interneetii kan mana hojichaa irrattii (📻 Anchor.fm/fm_mhaagodinajimmaa ) tamsaasa sagaleen isinif…